Sirba Gadaa

Maal siin jedhaa gadii qaanquunNama si jaalatuu dayma haanquun
Maal eeine guyyaan gayee marga


walii haa murruu
Maal eeine duumessi taree ala waliin haa bulluu
Jaalalli bahra yaa’uu, jaalalli bahra yaa’uu
Hindhaabadhuu, gad hintaa’uu
Hindhabadhuu, gad hintaa’uu
Waaqa ,Si malee maaltu jiraa
Waaqa, Simalee maaltu firaa
Jaalalli bahra yaa’uu
Hindhaabadhuu
Gad hintaauu

 

Qunbii

Dubbii maa si nyaadha
Qunbii maa si baadha
Qunbi maa si baadha
Naa himaa dafaa


Ani har’a maa rafaa

Natti dubbadhu kaleessaAni maa sitti dheessa
Dubbii maa si nyaadha
Qunbii maa si baadha
Har’aafi truun
Ammaafi jiruun
Yaadadhu kaleefi borii
Dhaabadhu har’aafi qorii
Har’aafi truun
Ammaafi jiruun
Ammaafi jiruun
har’aafi truun

 

Ilmaan Oromo yaada gurguddaa yaada

Afaan Germaniitti ein Mal ist kein Mal jedhama. Bal’ifnee yoo laalle akkana jechuu: Wani namni yoo tokko jalqabatti godhu homaa miti . Yoo balleessaa taate dhiifamatu godhama. Garuu irra hindeebi’in. Yoo tolchaa taate silaa baraavo. Irra deddeebi’ii tolchi. Obboleewaan, obboleettiwwan Continue reading “Ilmaan Oromo yaada gurguddaa yaada”

Sila maa ofiifi walillee sossobna?

Tokkumman adeemsa qabsoo dhuftii

Oromoon guddinnaan wanni isiin dubbattu waan tokkummaa dhaabbota Oromoti. Wanni gaafachuu nubarbaachisu:

Wanni gaafachuu nu barbaachisu: Nu Oromoo keessa  namni yaadaafi laalchi isaa tokkoo lakkofsa hinqabu. Qabsaayutti jirraa? Maaltu nudhoogge? Tokkummaan dhabamuù? Duraandursee ofittiifi walittillee kijibuu haadhiifnu jedha ani. Namni yoo

Continue reading “Sila maa ofiifi walillee sossobna?”