{"id":22,"date":"2010-01-11T20:02:11","date_gmt":"2010-01-11T20:02:11","guid":{"rendered":"http:\/\/www.bariisa.com\/en\/2010\/01\/11\/karra-dirree-bakka-maraa\/"},"modified":"2010-01-11T20:02:11","modified_gmt":"2010-01-11T20:02:11","slug":"karra-dirree-bakka-maraa","status":"publish","type":"post","link":"http:\/\/www.bariisa.com\/en\/2010\/01\/11\/karra-dirree-bakka-maraa\/","title":{"rendered":"Karra Dirree bakka maraa"},"content":{"rendered":"<p class=\"caption\" style=\"text-align: justify;\"><span style=\"font-size: medium;\"><strong>Muuda Zaaraa yoo maraa<br \/><\/strong><\/span><span style=\"font-size: medium;\"><strong>Dhugaa nutti dubbadhu garaa<\/strong><\/span><\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_body\" style=\"text-align: justify;\"><span style=\"color: #7b3dff;\"><span style=\"font-size: medium;\"><span style=\"color: #000000;\">******<\/span><\/span><\/span><\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_body\" style=\"text-align: justify;\"><span style=\"color: #3366ff;\">\u0648\u0627\u0648\u062d\u0649 \u0631\u0628\u0643 \u0627\u0644\u0649 \u0627\u0644\u0646\u062d\u0644 \u0627\u0646 \u0627\u062a\u062e\u0630\u064a \u0645\u0646 \u0627\u0644\u062c\u0628\u0627\u0644 \u0628\u064a\u0648\u062a\u0627 \u0648\u0645\u0646 \u0627\u0644\u0634\u062c\u0631 \u0648\u0645\u0645\u0627 \u064a\u0639\u0631\u0634\u0648\u0646 \u0627\u0644\u062e<\/span><\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_body\" style=\"text-align: justify;\"><span style=\"color: #3366ff;\">\u0635\u062f\u0642 \u0627\u0644\u0644\u0647 \u0627\u0644\u0639\u0638\u064a\u0645<\/span><\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_body\" style=\"text-align: justify;\">********<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Aman: Namni lafa guute.Akkamitti bakka<\/p>\n<div class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">  <!--more-->  <\/div>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">dhaabannu gaarii arganna?<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Burqa: Isintu duubatti nuhambise. Amma nama dhiibna?<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Abbaa Burqa: Lafti tuni lafa itti nama dhiibanimiti. Lafa itti dhiibbaa namarratti godhaniimitillee, anuma duubaan natti as kalaayaa deema isin ( duubaan deeman ) Haadha Burqa: amma karra bira geennee asuma haadhabannu. As caala duratti deemna yoo jettan hinta&#8217;u.<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Ulee karraa: Maal isiniiin jedheeee nuureee biyya dalloooo<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Ani hin&#8217;oooolu jedheee birkaaa tiyya bal&#8217;oooooooooooooo&#8230;<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Namni martinu: Alahumarhaam Sheikanaa Huseen&#8230;&#8230;&#8230;<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Abba karraa: Galgalli har&#8217;aa tuni galgala guddo. Galgalli tana fakkaattu hinjirtu.\u00a0Baalee Diidaiyoo fi bakka maraa namni as nu waliin dhabata. Karri tuni bakka rakkoo ofii itti himatani. Bineensi nu\u00a0nyaachutti jira&#8230;..<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Ulee:\u00a0 Rakkooo teennallee asitti himanna jedhaniiiii<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Abbaa karraa: Mee jedhi , mee jedhi takkaa baro<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Ule:Yoo labuuu dadalaa dadhabaaan wayyaaheeee<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Ani hin&#8217;ooolu jedheee birkattiiii kalayeeeeeeeeeee&#8230;<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Namni Martinu: Allahumarhaam Sheikana Huseen&#8230;<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Abbaa Gada: Dhugamatti bakki tuni bakka iiti waa walitti himani. Lafti tuniillee lafa jaalalaa ta&#8217;uun gaafi hinqabu. Bakka waa iiti himatan qofa odoo hinta&#8217;in bakka waa itti galatoomfatanille. Rabbi dachii gaarii nuu keenne. Surrii nuu kenne. Harka nuu kenne. Ija keessaati fi ija alaallee nuu kenne.Tokko godhee nu uume. Goota godhee nu uume .Addaan qoqqoodamuun fedhii uuma yokaanii fedhii ka nu uumee diduu ta&#8217;a. Namni isii dide hinsalphata. Luuynummaanillee akkasuma. Maaliif? Luuyni haqa isaatiif hinqabsaayu. Mataa qad qabatee jiraata. Waaqattillee hinamanu. Waaqn haqa jaalata.\u00a0Kanaaf jecha rabbi luuyna hinjaalatu- ulfinna rabbi isaa kenne waan hinbeeineef.<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Oromoon akka bineensaa\u00a0garaa guuttatee yoo nyaate, akka bineensa walyaabbatee yoo hore\u00a0eennutuu na bulcha, eennutu na mooyata\u00a0jedhee hingaafatu amantii jedhu qabaa warri har&#8217;a nu mooyatu.\u00a0Warri nu mooyatu maqaa amantiitiinillee nu gowwoomsee\u00a0addaan nu qooduu barbaada. Amantiiwwan ammaa duraa rabbiin beekuu turre nu. Warra maqaa amantiiiwwaniitiin, karaaa maraanu,\u00a0nagadatee jiraatu mara irraa of haa&#8217;eeynu, fira keennallee yoo ta&#8217;e.\u00a0Namni kana hinbeeine homaa hinbeeku&#8230;.\u00a0Rabbi gowwaa godhee\u00a0 nu hinuumne. Dhugaa bakka isiin jirtu maratti haabeeinu, haafudhannu;\u00a0dhara bakka isiin jirtu maratti haadinnu! Dhugaa fi dharrillee bakka mara jirti ofhaa&#8217;eeynu.<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Amma\u00a0waan mara dura galanni guddaan rabbii ol&#8217;aanaa haagayu, rabbii akka adu maraa ol jiru, ka maraafu ibsu.\u00a0Galanni isa haa gayu jedhaa mee. ( Namni martinu akkas jedha )\u00a0Bineensa\u00a0 nu nyaatullee huumna offirraa baafnuun nuu kenne. Nutu iitti hojjachuu wallaallee male. Rabbiin dhugaa\u00a0of nuhaabeeisisu, walillee nu haabeeisisu. (Ummanni: aamiin )\u00a0Yoo isa hinbeekin walillee beekuun hindandayamu. Isa ka waan mara nuu kenne.\u00a0.\u00a0Karri tuni, gandi kuni\u00a0bakka dhugaa itti walitti himan male, bakka ilaalii itti dubbatani, waljajanii, nyaatanii, dhuganii\u00a0haga zaaraa dhuftuutti addaan faca&#8217;ani taa&#8217;aniimiti. Bakka jirru maratti\u00a0walgayii dharaa dhiifnee walgayii yokaanii\u00a0waldaya dhugaa haa ijaarru&#8230;\u00a0Yaadaan blisa haataanu! Sheikanaa Huseen nama isaan jaalatu\u00a0 maraa ka biyya alaa fagoo jiruu waliin jiran. Sadaqaallee namni bakka marattuu gochuu dandaya. Wanni Sheikana Huseen nu keessa qubataniif maal isinitti fakkaata? Sheikanaa Huseen, rabbi rahmata isaani haagodhu,\u00a0odoo nu guddinnaan waan\u00a0Islaamni &#8220;awaamummaa&#8221; jedhuun keessa turre nu jaalatan, jechuun, odoo nu islaamummaa keessa guddinnaan hinseenin dura. Maaliif? Waan diina ilma nama, ka rahmata hinbeeine, ka akka dhagaa garaa jabaatu,\u00a0diina habasha, mootota habashaa,\u00a0waraanaan dura dhabanneef. Eboon qawwee fi madfii dutra dhaabanne. Du&#8217;a filanne xiqqeennarra.\u00a0Waan nu\u00a0, wayta hedduun namaa\u00a0naannoo teenna ta biraatillee\u00a0abdi dhabee harka kennate, harka kennachuu dinneef,\u00a0mataa gad qabannee diina\u00a0ilma namaatii, diina\u00a0rabbii yookaanii waaqaatii\u00a0\u00a0ajajamuu dinneef, dura dhaabanee harka kennachuu dinneef&#8230;,irra deebi&#8217;aa. Waan isaan nu jaalataniif nullee isaan jalannee. Jaalalli jaalala dhalti.\u00a0Islaamummaallee waan isiin taate gutumatti qur&#8217;aanaa fi hadiitha qaraanee odoo hinbeekin amantii diinni keenna jibuu, amanti Sheikana\u00a0\u00a0Huseen, Sheikni jaalalaa\u00a0itti amanan, waan taateef keessa seenne. Har&#8217;allee sababa kanaafu\u00a0 guddinnaan jabeessina.. Ofhaabeeinu tolchinee!\u00a0Wanni isaan nu keessa qubataniif\u00a0akka namni isaan jaalatu, namni lafa tana jaalatu\u00a0martinuuu, namni jiruu dhugaa jaalatu, ka haqa jaalatu,\u00a0ka as dhufu, quba walqabachuu dandayuufi. Quba walqabachuu fi quba walqabaachuun waan tokkoo mitii naa beekaa&#8230;<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Ule: Quba walqabachuu fi quba walqabaachuuuun waan tokkooomiti jedhaniiii<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Abbaa karra: Abbaan Gadaa na caalaa dhuga dubbatanii, mee iitti nuu haa deeb&#8217;anii, baroo jidduu nuu buusi. Ani har&#8217;a hindubbadhu.<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Ule: Maal isiniiin jette namooon yoo imala baaatuuuuu<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Nu duralleee deeemaaa nuduuuballee deemaa<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Akka jidduu teeessan lamaaan deeemnuuuu<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Jidduuu teeeessaan lamaan yooo deemne<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Jidduuu teeenna namuuuu hinseeenuuu&#8230;<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Abbaa\u00a0 Gadaa: Ani irra deebi&#8217;ee takkuma isiniin jedha:Takkitti tana yoo kumallee irra deebi&#8217;uu hinhifadhu.\u00a0Namni as jirtan marti harkaan quba walqabadha ( Quba walqabachuuf socho&#8217;a namni heddu ). Yoo addaan facaanillee fagoo walitti hiixannee quba walqabachuu dandeenna beeka&#8230;hinsodaatina<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Abba karra: Maal eeida Ulee!<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Ule: Gaara tokkorraaa maddatuuuu jiraaaa<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Maaliif olbaaaneeeee hindhuuyne silaaaaa<br \/>Wallaaalleee olhaalaalluuuuuuuuuu<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Gadbuuneee walhaaataanuuuu&#8230;\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0\u00a0 &#8230;&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Aman: (Burqaan) Abbaa Gadaa kana silaa waa gaafachuu fedhaa eessatti isa arga! Maal sitti fakkaata wanni inni jedhe?<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Burqa: Dhugaa yoo barbadde ani yaadaan bakka biraa jira. Waan traaktera saniittu matarraa nabu&#8217;uu didee.<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Aman: Traaktera haadha raaw! Waan isaa hinyaadin! Dhiifama!<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;&#8230;.<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Abaa Burqaa: ( Jaartiin ) Ima dubbate abbaan Gada! Ima dubbate!<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Haadha Burqa: ( kutaa darbataa ) Nurraa dhiisii ! Anii dubbii dadhabe. Ani amma gamoo seenuu barbaada.<\/p>\n<p class=\"serendipity_entry_extended\" style=\"text-align: justify;\">Abbaa Burqaa\u00a0: ( areeda ofii harkaan sukkuumaa ) Dhugaa jette. ( takkaa cal&#8217;isee )\u00a0Waliin seenna. Muudaaf dhufne.<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Muuda Zaaraa yoo maraaDhugaa nutti dubbadhu garaa ****** \u0648\u0627\u0648\u062d\u0649 \u0631\u0628\u0643 \u0627\u0644\u0649 \u0627\u0644\u0646\u062d\u0644 \u0627\u0646 \u0627\u062a\u062e\u0630\u064a \u0645\u0646 \u0627\u0644\u062c\u0628\u0627\u0644 \u0628\u064a\u0648\u062a\u0627 \u0648\u0645\u0646 \u0627\u0644\u0634\u062c\u0631 \u0648\u0645\u0645\u0627 \u064a\u0639\u0631\u0634\u0648\u0646 \u0627\u0644\u062e \u0635\u062f\u0642 \u0627\u0644\u0644\u0647 \u0627\u0644\u0639\u0638\u064a\u0645 ******** Aman: Namni lafa guute.Akkamitti bakka<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":[],"categories":[4],"tags":[],"_links":{"self":[{"href":"http:\/\/www.bariisa.com\/en\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/22"}],"collection":[{"href":"http:\/\/www.bariisa.com\/en\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"http:\/\/www.bariisa.com\/en\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"http:\/\/www.bariisa.com\/en\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"http:\/\/www.bariisa.com\/en\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=22"}],"version-history":[{"count":0,"href":"http:\/\/www.bariisa.com\/en\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/22\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"http:\/\/www.bariisa.com\/en\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=22"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"http:\/\/www.bariisa.com\/en\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=22"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"http:\/\/www.bariisa.com\/en\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=22"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}